Yaadachiisuuf irra deebiin waamicha waraqaa Qorannoo taasifame.
Call For Paper(Volume 11 | Issue 1 | January 2024 )
Welcome to Oromia Law Journal | OLJ Approved Journal No OLJ JETIR is Scholarly Open Access, Peer-Reviewed (Peer Review), Refereed, Multidisciplinary, Monthly, Multilanguage, Online, Print Journal, Impact factor 7.95 Calculate by Google Scholar and Semantic Scholar | AI-Powered Research Tool, ISSN Approved Journal
Raawwii Pirojeektii ILQSO
Etiam placerat velit vitae dui blandit sollicitudin. Vestibulum tincidunt sed dolor sit amet volutpat. Nullam egestas sem at mollis sodales. Nunc eget lacinia eros, ut tincidunt nunc. Quisque volutpat, enim id volutpat interdum, purus odio euismod neque, sit amet faucibus justo dolor tincidunt dui. Nulla facilisi. Phasellus in tincidunt lacus, in gravida ipsum. Cras id…
LEENJII HOJIIRRAA YEROO GABAABAA MAGAALAA DIRREEDHAWAATTI
Leenjii Hojiirraa Yeroo Gabaabaa Magaalaa Dirreedhawaatti Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa mata duree “Seerota ijaarsaa” jedhu irratti Magaalaa Dirreedhawaatti leenjii kennaa jira. Leenjichi Abbootii Seeraa, Abbootii Alangaa fi ogeessota seeraa waajjiraalee mootummaa bulchiinsa magaalaa Dirreedhawaa; Abbootii seeraa fi Abbootii Alangaa Godina Harargee Bahaa, Harargee Lixaa fi Magaalaa maayaa akkasumas Abbootii seeraa naannoo somaaleetiif kannamaa…